Kishore Kumar Hits

Ahadu - Qal'oo lyrics

Artist: Ahadu

album: Qal'oo


አሐዱ
Amittii laalee
Qalloo qalloo qalloo maaloo
Waa si laalee hin dabu qalbiin toluu
Qalloo qalloo qalloo maaloo
የባሌዋ ቆንጆ
ውስጤን አሸነፈች
ድንገት ከዓይኔ ገብታ
ከልቤ ላይ ዋለች
ኧረ ጉድ ኧረ ጉድ
ኧረ ጉድ አንቺዬ
ቀኑም እንዲሁ መሸ
አንቺን ሳስብ ውዬ አይ ውዬ
Waanan si godhee
An jedhee an jedhee
Waanan sitti himuu
An jedhee an jedhee
Waanan si godhee
Waan jedhee waan jedhee
Tokkumaan harraa
Waan jedhee waan jedhee
Waanan sitti himuu
An jedhee an jedhee
Waanan siin arguu
An jedhee An jedhee
Waanan sittimee
Waan jedhee waan jedhee
Tokkumann harraa
Waan jedhee waan jedhee
Amittii laalee
Qalloo qalloo qalloo maaloo
An si laalee dhabuu qalbiin toluu
Qalloo qalloo qalloo maaloo
Oromiffaan hin beekuu
Oromiffaan hin beekuu
ካንቺ ለመሆን ብዬ
ይኸው ትንሽ ተማርኩ
Sin barbaadeen dhufe
Sin barbaadeen dhufee
ከደጅሽ መጣሁና
አልኩኝ አካም ነጉማ
Waanan si godhee
An jedhee an jedhee
Waanan sittimuu
An jedhee an jedhee
Waanan si godhe
Waan jedhee waan jedhee
Tokkumaan harraa
Waan jedhee waan jedhee
Waanan sitti himuu
Waan jedhee waan jedhee
Waanan siin arguu
Waan jedhee waan jedheera
Waanan sitti himee
Waan jedhee waan jedheera
Tokkumaan harraa
Waan jedhee waan jedheera
Qalloo Bareeddu
Qalloo Kiyyaa
Qalloo Maalii
Qalloo Jettuu
Qalloo Akkam
Qalloo Nagumaa
Qalloo Nagumaa
Qalloo Maali
Qalloo Jirra
Qalloo Kunoo
Qalloo Maali
Qalloo Deemtu
Qalloo Hin yaadin
Qalloo Harmi koo
Qaloo Jettu
Qalloo Maali
Qalloo Bareeddu
Qalloo Kiyyaa
Qalloo Tokko
Qalloo Lama
Qalloo Sadi
Qalloo Afur
Qalloo Jaya
Qalloo Jaya
Qalloo Sinjaadhee
Qalloo Maali
Qalloo Faakhadii
Qalloo Bareeduu
Qalloo Maali
Qalloo Waalallee
Qalloo Bareeduu
Qalloo Kiya
Qalloo Qalloo...
Amittii laalee
Qalloo qalloo qalloo maaloo
Waa si laalee hin dabu qalbiin toluu
Qalloo qalloo qalloo maaloo
Amittii laalee
Qalloo qalloo qalloo maaloo
Si laalee hin dabu qalbiin toluu

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists