Kishore Kumar Hits

Abitew Kebede - Ejan Nalalte lyrics

Artist: Abitew Kebede

album: Gerersa /Ethiopian Contemporary Oromogna Music


Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun kiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Takkittiin kiyya
Baala ancootee jaalalootee garaa koo birbir na goote
Takkittin kiyya
Maal wayya
Jaalalliisee baasa baastee
Anaan kophaa raattesitee
Takkittiin kiyya
Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun kiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Takkittiin kiyya

Oduse ifoon nu gute
Iji kee kun kan koo tate
Shaggituun kiyya
Mala ga?
Nanhanatu jaalale koo
Yaseen karuun anan nyaate
Shaggituun kiyya
Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggituun kiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachiifte
Jaalalen kiyya
Yaintala qaloo magala
As siiqi bayeen sijala
Jaalalen kiyya
Sii arkkadhe
Sii jedhini kottu nabiira nattu deebi
Adarra jaalala
Lafa gabba nacco kessa
Asifii achi hammrsa olle
Shaggituun kiyya
Mala ga?
Torrban haraa hin ollin maaloo
Namaa orrmatin walaale
Shaggitun kiyya
Ijaan na laalte garaa koo birbir na goote
Shaggittun kiyya
An garuu garaan koo baay'isee hawwa
Otoo isiin na bira oolte na gammachifte
Jaalalen kiyya
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Otton siiyaduu (Tolee)
Maf na harrka citaa (Tolee)
Akka horri cubbu (Tolee)
Malif facaata (Tolee)
Otton siiyaduu (Tolee)
Maf na harrka citaa (Tolee)
Akka horri cubbu (Tolee)
Malif facaata (Tolee)
Otton siiyaduu (Tolee)
Maf na harrka citaa (Tolee)
Akka horri cubbu (Tolee)
Malif facaata (Tolee)
Yaa shagge naafan yaafana annanii
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee tooolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Burrqaa jaalala (Tolee)
Bareedu inntalaa (Tolee)
Hayyan qabetii (Tolee)
Qaloo magalaa (Tolee)
Qalbiin koo dhufee (Tolee)
Achii oleegalaa (Tolee)
Hayyan qabetii (Tolee)
Qaloo magalaa (Tolee)
Qalbiin koo dhufee (Tolee)
Achii oleegalaa (Tolee)
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee tooolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa damee toolee yaa damee toolee
Yaa damee toolee yaa damee tooolee
Egaa mall wooyaa yaa shagga kiyya
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa shagga naafan yaafana annanii
Yaa shagga naafan yaafana annanii

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists