Kishore Kumar Hits

Abitew Kebede - Cidisea lyrics

Artist: Abitew Kebede

album: Gerersa /Ethiopian Contemporary Oromogna Music


Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Ya karaa eboo gababdu
Jimman saree ko warane
Mal bashane too na yadduu
Jibban malee gargar banee
Ya karaa eboo gababdu
Jimman saree ko warane
Mal bashane too na yadduu
Jibban malee gargar banee
Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Akka dhagan kegna dakuu otoo dhagan kesann dakee
Medhan gunbi kessaa ta'auu
Medhan gunbi kessa ta'auuu
Akkaa garan koo si yaduu
Ottoo gran keess nayadee
Hidhan mudhi kera ta'auu
Hidhan mudhii keraa ta'auu
Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Yaa gadisaa balla chokaa
Jalaa taan bulee Warke koo
Naa lafisaa malan bekaa
Kabatan bulle laphe koo
Yaa gadisaa balla chokaa
Jalaa taan bulee Warke koo
Naa lafisaa malan bekaa
Kabatan bulle laphe koo
Hin nyadhu jedha gifti tiya
Dhoaksen kutadha
Sin yadu jedha bontu talaa
Obseen gubadhaa

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists