Kishore Kumar Hits

Abitew Kebede - Gerersa lyrics

Artist: Abitew Kebede

album: Gerersa /Ethiopian Contemporary Oromogna Music


Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin booniin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Jimmaa Mattuudha
Baddalleen ba'ee
Ganne hirribicha isii
Shaggariin ba'ee
Gimbiitan argee
Baay'een deemee
Maalumaaf badda siddisee hamma eessaa ee
Maalumaaf badda siddisee hamma eessaa ee

Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Feetu siddisee
Qarree haaddatte
Feetuu shurrubbaas
Galgal dha'aatte
Asheeta taatee
Takka kofaltee
Akkanaa kunoo siddisee kan na boojitee
Akkanaa kunoo siddisee kan na boojitee

Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Hortu jiitu koo
Siddisaa birraa
Kan si arguu hunduu
Yaanni si biraa
Si haawwuun malee
Si arguun falaa
Eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
Eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa

Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Hortu jiitu koo
Siddisaa birraa
Kan si arguu hunduu
Yaanni si biraa
Si haawwuun malee
Si arguun falaa
Eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa
Eessumaa barte siddisee dhangaa jaalalaa

Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii
Hin kooriin koottu wal barra
Du'ii malee sin dhiisu har'a
Siddisee siddisaa birraa
Yaa ibsituu akka gucaa halkanii

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists