Kishore Kumar Hits

Rophnan - Fole lyrics

Artist: Rophnan

album: Sidist (VI)


Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Bara Gadaa
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Barakataa
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Gadaa Keenya
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Warra Keenya
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee Foollee Hin Jettuu
Yaa Foollee Foollee Foollee
Yaa Foollee
Ahaa... Ihii
Maalumaaf Jarjaramaa
Bara Gadaatu Akkanaa
Maalumaaf Jarjaramaa
Bara Gadaatu Akkanaa
Noori Yaa Sayyoo
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Sayyoo Hin Jettuu
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Bara Gadaa
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Barakata
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Yaa Qixilee
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Naa Dhiitimee
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Kan Michillee
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Kan Achillee
E Sayyoo Sayyoo E Sayyoo
Ati Nu Baasi Yaa Abbaa Koo
Gooftaa Kennee Hammami Gahaa?
Kuuno Ammana Gahaa Dhug
Dhugumaa Maalin Dubbata?
Kuunoo Harka Dhungataa Miqqanyaan
Isaa Eessuma Jira?

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists