Kishore Kumar Hits

Taddalaa Gammachuu - Abbabeetoo lyrics

Artist: Taddalaa Gammachuu

album: Qannet Lafa Bahe(Ethiopian Contemporary Oromoogna Music


Gochoo bilaa baala baase yaa garradoo
Abbabeetoo
Gochoo bilaa baala baase yaa garradoo
Lakkii jennaan sitta' baase yaa intalatoo
Abbabeetoo
Lakkii jennaan sitta' baase yaa intalatoo
An hin rafu bakkaniisa nan hafini
Abbabeetoo
An hin rafu bakkaniisa na hafini
Yoo tiyya taate koo' na biran hafini
Abbabeetoo
Yoo tiyya taate koo' na biran hafini
An aarama aarama boqqolloo jalaa
Abbabeetoo
An aarama aarama boqqolloo jalaa
Dhuftee dhuftee maal bittii na goota garaa?
Abbabeetoo
Dhuftee dhuftee maal bittii na goota garaa?
Akkati kaachisu yaa Abeebee Tufaa
Abbabeetoo
Akkati kaachisu yaa Badhaanee Tufaa
Garaan hin irraanfadhe natti kaaste cufaa
Abbabeetoo
Garaan hin irraanfadhe natti kaaste cufaa
Akkati kaachisu kaachise hin qabatu
Abbabeetoo
Akkati kaachisu kaachise hin qabatu
Nammii biyya bahee kokkolfee hin taphatu
Abbabeetoo
Nammii biyya bahee kokkolfee hin taphatu
Afaan hafu sambaleexaan dhaame afaan'
Abbabeetoo
Afaan hafu sambaleexaan dhaame afaan'
An siin tuqu sittan maxxaneeto rafa
Abbabeetoo
An siin tuqu sittan maxxaneeto rafa
Olte jabbii yoo tole
Yoo tiyya taate tole
Ana malii yoo yaada keeti male

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists