Kishore Kumar Hits

Hachalu Hundessa - Hinaafuun lyrics

Artist: Hachalu Hundessa

album: Oromummaa


An jaalladheen mitii kanani sitti inaafuu
Maaliif na rakkifta atii maalumaaf naan bartuu
Keessakoo naaf barii rakkina garaakoo
Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo
Keessakoo naaf barii rakkina garaako
Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo
An dhoksuudhaaf yaaduu maluu narratti beeka namnii
An of jibbe naan rakkadhee maalan godhaa malli maalii
Otoo jettuu nan kan keetii waan naaf taatu otoon ilaaluu
Inaaffumatu na rakkisee kan keessakoo hin amanuu
An dhoksuudhaaf yaaduu maluu narratti beeka namnii
An of jibbe naan rakkadhee maalan godhaa mallii maalii
Otoo jettuu nan kan keettii waan naaf taatu otoon ilaaluu
Inaaffumatu na rakkisee kan keessako hin amanuu
Maalii maalii yaa malaa kana maal naa dhamatan yaa jaraa
Nan rakkadhe nan dadhabee Dhilsuu yaalus yaada kanao
Hamma baatee isheen galtůu Nan jeeqama natti hin toluu
Naa f naa galaa Akkan.miidhe an miirakee
Maali laata furmaatni isaa otoon beekee
Si dhiphisee rakkisuun koo na qaanessee
Rabbi jedhee naaf mijaa'ee inaaffume otoom dhiisee
Otoo dhiisee ani otoom dhissee otoo dhisee otoo dhisee
Otoo dhiisee otoo dhiisee
An jaalladheen mitii kanani sitti inaafuu
Maaliif na rakkifta atii maalumaaf naan bartuu
Keessakoo naaf barii rakkina
Garaakoo
Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo
Keessakoo naaf barii rakkina garaako
Jaalala na dirqee kanaaf inaafuu koo
Bareedakeet adda ta'ee nan amala na ballleessuu
Qabatuma yoo argatee lafaa ka'ee kan na aarsuu
Xinnaa guddaa yoo dubbiste
Ta'e jedhee naa dallansuu
Hinaaffuma an dhibeen koo homtuu hin jiru kanan ibsuu
Maalii maalii yaa malaa kana
Maal naa dhamatan yaa jaraa
Nan rakkadhe nan dadhabee Dhilsuu yaalus yaada kanao
Hamma baatee isheen galtůu Nan jeeqama natti hin toluu
Of bukeedha ishee dhabnoan an yaodnikoo naa hin qojeetuu
Naa f naa galaa Akkan.miidhe an miirakee
Maali laata furmaatni isaa otoon beekee
Si dhiphisee rakkisuun koo na qaanessee
Rabbi jedhee naaf mijaa'ee inaaffume otoom dhiisee
Otoo dhiisee ani otoom dhissee
Otoo dhiisee inaaffumai
Otoo dhiisee ani otoom dhissee

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists