Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Kush lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Himuu ree nan aare
Itti himu ree nan aare
Ottum qotanii kan dhagaa jalaa baatu ilbiisaa
Ottum dhorkanii kan madaa nama nyaatu tisiisa
Ottum qotanii kan dhagaa jalaa baatu ilbiisaa
Ottum dhorkanii kan madaa nama nyaatu tisiisa
Siidaa dhaabatu ragaa dabsiite
Ijaarsaa daboo diigan ibsite
Seenaa fuggisoo wal-hin dhaalchifnu
Kan saanii dhalteef sangaa hin faarsinu
Hayyummaa Gadaa haa beeku hundii
Kan quba hin qabneetu hoo hoqa gadii
Hojjechuu malee seena hin hannu
Biyya Abbaan malee haadhaan hin himnu
Ittumaa fuufaaa
Biyyaa barsiiftee (hin dhiifnu dhuga)
Addunyaatti (dhugaa dhugaa)
Qawwee gurguraa (hin dhiifnu dhuga)
Gabrummaatti (dhugaa dhugaa)
Shambal Abbabaa (hin dhiifnu dhuga)
Fiigichaan nii (dhugaa dhugaa)
Loret Tsaggaayee (hin dhiifnu dhuga)
Barruu nii (dhugaa dhugaa)
Gabbisaa Ejjetaa (hin dhiifnu dhuga)
Qorannoo nii (dhugaa dhugaa)
Taddee barsiisee (hin dhiifnu dhuga)
Mandeellaa nii (dhugaa dhugaa)
(Uu) (dhugaa dhugaa)
Himuu ree nan aare
Itti himu ree nan aare
Utubee ka (aha haa) asumatti (aha haa)
Ragaa jiraa (aha haa) aksumitti (aha haa)
Qarooma Kuush nan sirbaa Guddifachaas nuu qabaa
Himee harwee (aha haa) Didee harwee (aha haa)
Himee arwee (aha haa) Didee arwee (aha haa)
Maqaa nayaamtun didee anis kan kootiin Fedhee
Himuu ree nan aare
Itti himu ree nan aare
Ottum qotanii kan dhagaa jalaa baatu ilbiisaa
Ottum dhorkanii kan madaa nama nyaatu tisiisa
Ottum qotanii kan dhagaa jalaa baatu ilbiisaa
Ottum dhorkanii kan madaa nama nyaatu tisiisa
Siidaa dhaabatu ragaa dabsiite
Ijaarsaa daboo diigan ibsite
Seenaa fuggisoo wal-hin dhaalchifnu
Kan saanii dhalteef sangaa hin faarsinu
Hayyummaa Gadaa haa beeku hundii
Kan quba hin qabneetu hoo hoqa gadii
Hojjechuu malee seena hin hannu
Biyya Abbaan malee haadhaan hin himnu
Addee Warqituu
Kansaan nyaachiftee (hin dhiifnu dhuga)
Kanuma saanii (dhugaa dhugaa)
Ba'aa gabrummaa (hin dhiifnu dhuga) Dadhabnaan nii (dhugaa dhugaa)
Balaay Zallaqaa (hin dhiifnu dhuga)
Gootummaan nii (dhugaa dhugaa)
Abbaa jabaloo (hin dhiifnu dhuga)
Hayyummaa nii (dhugaa dhugaa)
Ijaaree biyya (hin dhiifnu dhuga)
Waa hundaan nii (dhugaa dhugaa)
Qaroomni Kuushi (hin dhiifnu dhuga)
Hayyummaa nii (dhugaa dhugaa)
Himuu ree nan aare Itti himu ree nan aare
Seenaan himaa (aha haa) kan Adawaa (aha haa)
Nutoo tahe (aha haa) biyyaaf Dawaa (aha haa)
Seena of waamtun didee anis kan kootiin fedhe
Himee harwee (aha haa) Didee harwee (aha haa)
Himee arwee (aha haa) Didee arwee (aha haa)
Maqaa nayaamtun didee anis kan kootiin Fedhee

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists