Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Namummaa lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Namuu walqixa yemmuu dhalatuu
Maaltu tilmaama waan si muudatu
Hadhaa dhabee meeqatu rakkataa
Gadoon jiraachu maaltu filaata
Uumaa qofa kan hin beekne shiraa
Namuuf hin qoodne rakkoof gidiraa
Maatii dhabee kan karaatti bahee
Dahoo dhabee kan jireenyi mo'ee
Eee namni bar hadhaa qabu
Akkaamin kan dhabeef garaan hin nahuu
Maatii malee namuun dhalanne
Jaalatte eenyumtuu rakkoon filaanne
Ee caaraa sa, bar hiree sa,
Ee hireesat gaabbu malee
Hadhaa qabdaa filtee sooratta
Hadhaa malee samaaf dagaatta
Abbaa qabdaafu filtee uuffataa
Abbaasaa samaaf dagaattaa
Oohoohooo, qalbiin na cabee
Kan hadhaa dhabee
Situu ol na qabee
Jiraadhu harmeeee koo
Waay hadhaa dhabuun rakkoo
Oohoohoo, ee hadhaa dhabuu manna
Bar maatii dhabuun rakkoo
Oohoohoo, waay maatii dhabaa manna
Qaamaa hir'uu waaqaatu uume
Oohooohoo, eenyuut rakkoof firoome
Ee hadhaa dhabdu manna
Namnii uumaan wal hin caaluu(oohoohoo)
Garii rakkoodha kan gobuu
(Ee, hadhaa dhabduu manna)
Ooohoohoooooo
Qalbiin na cabee
Kan hadhaa dhabee
Situu ol na qabee
Jiraadhu harmeeee koo
Waay hadhaa dhabuun rakkoo
Oohoohoo, ee hadhaa dhabuu manna
Bar maatii dhabuun rakkoo
Oohoohoo, waay maatii dhabaa manna
Maatii dhabaaf dubbataa
Hiree boruu beekatta ree
Ilmii nama walii nahuudha
Ee, naamomuun ga'adha
Oohoohoo, ee hadhaa dhabuu manna
Ilmii namaa walii nahudha(oohoohoo,
Way maatii dhabaa manna)
Ilmii nama walii nahudha
Ee, naamomuun ga'adha...

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists