Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Siisirbuuf lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Arsittii martiin unkuruuraa
Sii sirbuuf dukkana duulaa
Baga naa dhufte kottuu
Sirbituun duraa sirba hin ooltun
Boonsituu haadha gootaa
Siisirbuuf dukkana duulaa
Booni si'iin har'a geenyee
Sirbituun dura sirba hin ooltun
Kan ragaa taate dhalootaf
Sii sirbuuf dukkana duulaa
Firra seenaan hin geenyee
Sirbituun dura sirbq hin ooltun
Anaa dhufuu haadha gootaa
Sii sirbuuf dukkana duulaa
Anaa jiraatu boonii boonsa
Sirbituun dura sirba hin ooltun
Arsittii martiin unkuruuraa
Sii sirbuuf dukkana duulaa
Sii sirbuuf dukkana duulaa
Ee ashuu mari mari
Eehaa lirr ehaa lirr
Yoo goromsi keenya dhalee ehee
Dhugne sligaa eeheene ayyoo
Ani qoraafadhen okolee eehee
Nu biqilfanneerra sanyi eehee
Yoo tolee eehee ayyoo
Asheenii firii buufalaa eehee
Qaamalee eehee ayyoo
Bora'atee lolaa korminii eehee
Haadhalee eehee ayyoo
Hora haa dhuganii lowwanii eehee
Quufaanii eehee ayyoo
Yoo goromsi keenya dhalee eehee
Dhugne sligaa eeheene ayyoo
Waan atun hin jirre natti fakkeesanii
Waan malee hin dhufne ani gandaa keessanii
Milikeefadha hirkata gaaraa
Waan ragaa ta'uu manni hin aaraa
Gaara kaakkaa jala deemnaa
Qorasaaf satton sun hammenyaa
Yoo qorres obsi nii dandeenya
Jaalalaaf gumaata wal geenyaa
Laacookko huraa cabsa sii tolee
Haroo qeerro gadii laali ya shulun
Haroo qeerroo dhaqii gafadhu seenaa
Kan Aanoolee dubbii darbee san beeknaa
Naf shulun koo enyuu caalee
Ta sikkoo mandoo saniin jaalle
Laacookko dhuga haraa laanganoo
Yoo dandamannif tole dhangaa
Waan atun hin jirre natti fakkeesanii
Waan malee hin dhufne ani gandaa keessanii
Yoo dandamanif tole dhangaa

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists