Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Kormatu Korma lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Onnataa dhiira
Sabasaaf gaachana wabiidha
Hubbadhaa ijjoollee
Gaafa roorroo ilmi murtirraan oolle
Akkaafu koorree
Gaafa lolaa sitti geerara
Har'allee geenya
Gaafa tola goota ta'uu yoom feenne
Ilaa mee koodee
Warrii biyyaaf darbee lubuudhaan
Qe'ee galuuf dhiise
Haqa sabaaf darbee lubbuusaa baase
Daggachuu hin taatu
Lammataa deebite aduu nu goobantee hin baatu
Warra lubbuun darbee anaa haa nyaatu
Wayyaa eemmoo maaloo (eemmoo)
Wayyaa eemmoleekoo (eemmoo)
Daaleenkoo gurraacha (eemmoo)
Kan eeboo micciiru (eemmoo)
Sobduu dhaaddatteedhaaf (eemmoo)
Kaayyookoo hin jijjiiru (eemmoo)
Bajjiini jabaadha (eemmoo)
Sumboodhaan qottaaree (eemmoo)
Otoo hin qonnee hiikte (eemmoo)
Korma garaftaaree (eemmoo)
Kaayyoof du'an malee lugnii eessati jajama
(Fardi gameessi yaabbatuun kabajama)
Seenaa gaafa gad dhaabe jiraata ilmi nama
(Seenaa malee kan hin dulloomne kamuma)
Eemmulee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Eemmulee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Azuuleeti gugsee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Tuuta abbooti jigsee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Nu tur gaafa fardaa goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Maashoo gaafa sardaa goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Hin dhufin jennaan (dhufteeka)
Hin tuqin jennaan (tuqteeka)
Eega tuqte (eegadhuuka)
Leenca ta'uu (beekadhuuka)
Waabeen hin dammeessituu duruu
Maal gochuu gaaguraatti seente
Hurguftee keessaa hin yaaftu gurbaa (hurguftee keessaa hin yaaftu gurbaa)
Dhiisi tuttuqaa kana kanaa
Tuttuqnaan leenci nama nyaata
Onnattee laal jaal kaawoon korma (onnattee laal jaal kaawoon korma)
Kormatu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (qeerroon korma)
Ittuutu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (biyyiikoo korma)
Humbannaa korma (kaawoo korma)
Korma yaa dawwee (qeerroon korma)
Maccaatu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (Oromoon korma)
Tuulamni korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwwee (Oromoon korma)
Dirr godhi dirr godhi dirr godhi
Dirr dirr dirr godhi
Dirr dirr dirr dirr dirr godhi
Onnataa dhiira
Sabasaaf gaachana wabiidha
Hubbadhaa ijjoollee
Gaafa roorroo ilmi murtirraan oolle
Akkaafu koorree
Gaafa lolaa sitti geerara
Har'allee geenya
Gaafa tola goota ta'uu yoom feenne
Ilaa mee koodee
Warrii biyyaaf darbee lubuudhaan
Qe'ee galuuf dhiise
Haqa sabaaf darbee lubbuusaa baase
Daggachuu hin taatu
Lammataa deebite aduu nu goobantee hin baatu
Warra lubbuun darbee anaa haa nyaatu

Wayyaa eemmoo maaloo (eemmoo)
Wayyaa eemmoleekoo (eemmoo)
Daaleenkoo gurraacha (eemmoo)
Kan eeboo micciiru (eemmoo)
Sobduu dhaaddatteedhaaf (eemmoo)
Kaayyookoo hin jijjiiru (eemmoo)
Bajjiini jabaadha (eemmoo)
Sumboodhaan qottaaree (eemmoo)
Otoo hin qonnee hiikte (eemmoo)
Korma garaftaaree (eemmoo)
Kaayyoof du'an malee lugnii eessati jajama
(Fardi gameessi yaabbatuun kabajama)
Seenaa gaafa gad dhaabe jiraata ilmi nama
(Seenaa malee kan hin dulloomne kamuma)
Eemmulee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Eemmulee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Azuuleeti gugsee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Tuuta abbooti jigsee goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Nu tur gaafa fardaa goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Maashoo gaafa sardaa goota wayyaa seenaa goota (eemmulee goota wayyaa seenaa goota)
Hin dhufin jennaan (dhufteeka)
Hin tuqin jennaan (tuqteeka)
Eega tuqte (eegadhuuka)
Leenca ta'uu (beekadhuuka)
Waabeen hin dammeessituu duruu
Maal gochuu gaaguraatti seente
Hurguftee keessaa hin yaaftu gurbaa
(Hurguftee keessaa hin yaaftu gurbaa)
Dhiisi tuttuqaa kana kanaa
Tuttuqnaan leenci nama nyaata
Onnattee laal jaal kaawoon korma
(Onnattee laal jaal kaawoon korma)
Kormatu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (qeerroon korma)
Karrayyuu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (biyyiikoo korma)
Sikkootu korma (kaawoo korma)
Korma yaa dawwee (qeerroon korma)
Mandootu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwee (Oromoon korma)
Kaaftutu korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwwee (Oromoon korma)
Qeerro ta'u korma (kaawoon korma)
Korma yaa dawwwee (Oromoon korma)
Dirr godhi (Oromoon korma) dirr godhi dirr godhi
Dirr dirr dirr godhi (Oromoon korma)
Dirr dirr dirr dirr dirr godhi
Dirr godhi (Oromoon korma) dirr godhi dirr godhi
Dirr dirr dirr godhi (Oromoon korma)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists