Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Simbirroo Tiyya lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Mufii xiqqoof baay'ee si miidhullee dogoggoree
Si aarsullee dogoggoree dhugaa kan kee yaadadheetan aare
Lubbuu tiyya gaabbiin na hin dhaalinii
Si miidhullee si arsulle naaf deebi'ii
Miidhama kee jaalalaan wal'dhaane

Lookoo jaalalaa na gaaditee
Na hin wal'aannattuu as deebite
Ennaa waliin jirruu salphaa turee
Miila fageeffannaan an joorare
Na watwaachisaa maaltuu malaa
Mala naan maltuu maltuu fala
Argatanii dhabuun daguu dha moo
Imaanaa jaalalaa dhabuudha mo
Simbirroo tiyyaa si dhabeen taa'e iyyaa
Kophaa koo kuullee tiyya
Garaan jaalate eyyaman anaa bula
Si dhabeen booyaa silaa
Yaddo qabeen ananalaanalaa (jaalala kee anuu hin irraanfannee)
Maalo dafii rakkoo koo hubadhuu (maalif dhuftee na hin wal'aannannee)
Simbirroo tiyya qaamaan manumaan jira
Yaaddoo dhaanin joorare
Aannanee tiyyaa ba'aa jaalalaa kanaa
Wayyoo maalan hiirpha ree
Simbirroo tiyyaa onneen koo obsuuf jedhee
Qubeellaa kee dhungadhaa
Waan ofii tiyyaa of jajjabeessuuf jedheen
Maqaa keetiin kakadhaa

Mufii xiqqoof baay'ee si miidhullee dogoggoree
Si aarsullee dogoggoree dhugaa kan kee yaadadheetan aare
Lubbuu tiyya gaabbiin na hin dhaalinii
Si miidhullee si arsulle naaf deebi'ii
Miidhama kee jaalalaan wal'dhaane

Lookoo jaalalaa na gaaditee
Na hin wal'aannattuu as deebite
Ennaa waliin jirruu salphaa turee
Miila fageeffannaan an joorare
Na watwaachisaa maaltuu malaa
Mala naan maltuu maltuu fala
Argatanii dhabuun daguu dha moo
Imaanaa jaalalaa dhabuudha mo
Simbirroo tiyyaa si dhabeen taa'e iyyaa
Kophaa koo kuullee tiyya
Garaan jaalate eyyaman anaa bula
Si dhabeen booyaa silaa
Si miidhulle maalif hin dagannee (jaalala kee anuu hin irraanfannee)
Hirbuu qabnu maalif hin yaadannee (maalif dhuftee na hin wal'aannannee)
Simbirroo tiyya qalbii too fuutee kutte
Onnee koo fuutee lixxe
Hawwanii tiyyaa hin deebituu naaf jette
Hin deebituu naaf hiilttee
Simbirroo tiyya akkamiin narraa turte
Hin deebituu naaf hiiltte
Obsanee tiyyaa onnee too fuutee kutte
Onnee too fuutee lixxe
Simbirroo tiyya hin deebituu naaf jette
Hin deebituu naaf hiiltte
Simbirroo simbirroo tiyya simbirroo

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists