Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Fororoo lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Fugugiyaa lafa seenaa
Dabbaal mootii gaaraatii
Korommiin afran qalloo
Mudhii murtii guutootii
Calii calanqoo lolaatii
Haangaa'ee mamandihee lafa jiisuuf
Deemaa
Qabsuulee bara dhibbaa dheebuu baasuuf
Deemaa
Sanyiilee funyaan qabduu ta facaasan tirtu
Filannet facaafannan ofiin jiruu hin taatu
Fororoo...
Hanga'e dil mandi'e dil godhuf deemaa
Fororoo
Bubuuse ilaal galaanaan phir godhuf deema fororoo
Fororoo
Hanga'e dil mansi'e godhuf deemaa fororoo
Bifa hangaasuu braiinaan shir godhuf deemaa fororoo
Ta karfaffuu hinqaben feenaa fororoo
Aduu dhoqee qoorsu eegna fororoo
Eerga caame lafti qooree fororoo
Callaan tollaan biyyi kooree fororoo
Sanyii kan nyaatu bineensaa
Eegaa galchaan sun gameessa fororoo
Waa tole maa hinjenne qeerroo waa tole
Waatole
Eergaa milkiln gale sanyiin ofkale
Murtii guutoo koottu merre
Cabnee gurbee leenca horree
Mudhii guutoo cabnee gurbee leenca horree
Yaagurbee re sanyii gootaa
Hoph
Murtiii guutoo koottu merre cabnee gurbee leenca horree
Murtii guutoo kottuu merre
Adam diimaa sanyii jarraa
Murtiii guutoo kottuu merre
Sanyi achoo eenutu nu nyaataa
Murtii guutoo koottu merre
Hanga'e dil mandi'e dil goduuf deema fororoo
Bubuuse galaanaa phir goduf deemaa fororoo
Hanga'e dil mandi'e dil goduf deemaa
Bifa hangaasuu braiinaan shir godhuf deemaa
Dalluun gaalaa ol fagaataa fororoo
Kan dinqu gaarfata nyaataa
Waraabeettii milli hin haafaa
Halbaqeetti harku haafa
Roobbii hin nyaatu galaanni
Otuu hinaaru gaaraanii
Filacha deemi matakee filacha
Gorfacha koottu komokee gorfacha
Murtii guutoo koottu merre cabne gurbee leenca harree
Galmee seena keenya beeknaa
Murtii guutoo
Calii calanqoo lolaatii
Abaabilee keenyatu gootaa
Murtii guutoo
Kunuunsaa seenaa dhalotaa
Murtii guutoo koottu merre cabne gurbee leenca harree

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists