Kishore Kumar Hits

Galaanaa Gaaromsaa - Eela Laphee lyrics

Artist: Galaanaa Gaaromsaa

album: Baallii


Eela laphee yada kee tuu natti dulee
Qalbii cabe ann jalala keetin eelee
Sii abdachuun hogayyu gowwa na gottee
Sii amana nyata moo gara na nyatee
Hunda amanun durayuu gowwa na gottee
Sii jalachaa nyatamu tuu gara na nyatee

Gado bayiisaa bulla gaaan jalatee yoo kenee dhabu
Kanafun situu cicaa onnee jalalas tokko irra hin qabu
Siilatu gara jalatee sibusaa bola
Ama tisisuu baa namnii hin tanee gola
Siilatu gara jalatee komii bayysa
Komatus onnee wanuma fedhu delisa

Ijima jalala kan nara jilu
Nagamtes yoo jadhe an garani
Boyaa off sosoba gara jalala
Jireenya sii dhorkiin waqqnii jalala
Boyaa off sosoba gara jalala
Jireenya sii dhorkiin waqqnii jalala
Maddi irraa nyate akkamin cabsiita
Dhuga walin qabnu akkamin dabsita
Galani jalala sobaaf dhara hin baBu
Namni dhuga qabu waqqa irraa hin dhabu
Maddi irraa nyate akkamin cabsiita
Dhuga walin qabnu akkamin dabsita
Galani jalala sobaaf dhara hin bahu
Namni dhuga qabu waqqa irraa hin dhabu

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists