Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Eessa Jirta? lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Maal Mallisaa


Halkaan guyyaa ijjaarra nan badduu
Ciisee ka'uu waanuma keen yaadaa
Takkiti koo kan dur dabarsinee
Mudoo keenya yadaadhetan gaddaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa

Waada naaf galtee san
Mee yaadata laata
Moo jiruun sitti ho'ee
Naa dagaate laata
Hangan lubbun jirruu
Addunyaa tanarraa
Furtuun gaammachuu koo
Suuma harka jiraaaa
Isaa nan jettee saan
Akkaam goote adarraa
Afuura kee dhabeen
Barbaacha keen jooraa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa

Halkaan guyyaa ijjaarra nan badduu
Ciisee ka'uu waanuma keen yaadaa
Takkiti koo kan dur dabarsinee
Mudoo keenya yadaadhetan gaddaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa

Imaana guddadhaa
Inni sitti keenne
Nama jiruu keessaa
Siiqofaati amaane
Sitti abdii godhadhee
Akkas ofgatuun koo
Gatii naa baasisee
Jeqamee jiruunkoo
Bahii waa nan jeedhi
Aniis abdiin muura
Bar faana kee dhabeen
Barbaacha keen jooraa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa
Eessa eessa jirtaa
Maaloo koottu
Naa wal'antaa
An an an simaale
An an an simaale
An an an simaale
An an haalli nati hin toolle
An an an amaalle
An an an amaalle
An an an amaalle
An an haalli nati hin toolle
An an an amaalle
An an an amaalle
An an an amaalle
An an haalli nati hin toolle

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists