Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Ilma Namaa lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Maal Mallisaa


Dharraa ilma namaa
Jalgabaaf dhumasaa
Tilmaamuuni hin ulfaata
Wan hunduma keessaa
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
(Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala)
Silaa akkum keenyatii
Dhala namaati isaaniis
Harraaf carraan gantee
Haadhaaf abba dhabaniis
Haadhaaf abba dhabuun isaanii
Qooda rabbiitii
Daa'imman kana gargaaruun
Qooda lammiiti
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
(Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala)
Daa'imman harraa warri abdii egeree
Jiruu gadadootin gobaasaanii falmuu
Haadhaaf abba dhabuun isaanii
Qooda rabbiiti
Daa'imman kana gargaaruun
Qooda lammiiti
Dharraa ilma namaa
Jalgabaaf dhumasaa
Tilmaamuuni hin ulfaata
Wan hunduma keessaa
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
(Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala)
Bona hongee keessattii
Bakkeetti coolagnee
Beelaan wal gajaanaa
Ganna bokkaa keessatti
Qaama keenya kichuu
Qorraan waxalamnaa
Masliifa taanee otoo hin jaalatin
Kunoo numa jirraa
Kunoo numa jirraa
Jiruu gadadootin
Dharraa ilma namaa
Jalgabaaf dhumasaa
Tilmaamuuni hin ulfaata
Wan hunduma keessaa
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
(Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala
Ilmi namaa daggalaa
Turee buleet dabala)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists