Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Sagalee Keetan Hawwe lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Maal Mallisaa


Ehe ee ahaa ahaa haa hu hu
Ho ho hoo ho ho ho hoo
Ehe hee ehe hee yaa
Madda walaabuu
Walabu bakkee hoodaa (tolee)
Yaa Qaalluuf Qaalitti
Hayyuu iddoo muudaa (tolee)
Yoo wal dhabne nu furi
Akkum kee durii (tolee)
Situ bakkee seenati
Tumaa seeraati
Sagalee keettan hawwee
Talilakee qabbanaa
Garaa na raasa anaa
Akka Baroo Sheekanaa
Sagalee keettan hawwee
Talilakee qabbanaa
Garaa na raasa anaa
Akka Baroo Sheekanaa
Fudheen siin lixa Fudheen siin
Fudheen siin lixa fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin
Yaa gaara gaarreen caaltu
Maaf urriin haguugamte
Tasa jirakee dhabna
Yaa Abdataa Abdi hundaa
Akkamiin fala dhabde
Soorgoof sookoo kee dhabnaa
Yaa baratti bara sana bara yartuuf
Qaawwa bannee ofin of qaqaa baane
Yaa waliif abbommiin dhibee hin garreen
Facaafamnaan hin jiree Omishanne
Shaggar duraa duba yaa kaloo
Jabbilee Koottu hin haararamna
Booda akka hin gaabbine
Koottu hin haararamna
Booda aka hin gaabbine
Shaggar duraa duba yaa kaloo
Jabbilee Koottu hin haararamna
Booda akka hin gaabbine
Koottu hin haararamna
Booda aka hin gaabbine
Kootu akkana goona akka nuuf tolutti
Walii galuu wayya akka ormi hinaaffutti
Fudheen sin lixa fudheen siin
Fudheen siin lixa fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin
Fudheen siin

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists