Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Haadha Wabii lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Maal Mallisaa


Deemsa jilbiiba kalessaa
Dhabuun duukkanaan kaa ga'ee
Dhaabbachuun deemaa haar'aa
Siituu dhaabbata naa ta'ee
Eebba ulfiina dhaddacha koo
Ooltuuf hiraara narraa
Gucaa jireenya kootii
Haadha dhugaadhaaf Karraa
Gucaa jireenya kootii atii
Haadha dhugaa fii Karraa
Siihiin naa soonaayee
Toolee milkiin kan koo
Sittuu na badhaasee
Wabii jireenya koo
Siihiin naa soonaayee
Toolee milkiin kan koo
Sittuu na badhaasee
Wabii jireenya koo

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists