Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Na Qarqaari Kaa lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Maal Mallisaa


(Otuman sitti hima jedhuu
Ati eyyen ati Kan ormaa taate maal godhu
Har'aa boritu kana fide
Garaan koo immoo simalee kunoo har'as ammas dide)×2
Kunoo har'as an nan jira
Gaabbidhani quba nyaachaa
Takkaa si dhabee maal fida
Nan jiraadha otuu jechaa
An ammayyuu jaalala keen dhibamsiisa
Yoon galee maalan ciisaa
Ati homaa hin goone badiin Kan Koo
Booddet hafeetan si dhabuun Koo
Otoon sitti himee guyyaa Sana
Maafan gaabba maafan raafama
Ati ammayyuu naaf hin beekne
Waan keessa koo
Jalala keen qabamuu Koo
Barreessan: Gammekoo

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists