Kishore Kumar Hits

Haacaaluu Hundeessaa - Sanyii Mootii lyrics

Artist: Haacaaluu Hundeessaa

album: Sanyii Mootii


Galaanni Gibee guutus
Daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
Garaan jaallate hin rafu
Lauftus jilbihbiin nama deemsisaa
Galaanni Gibee guutus
Daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
Garaan jaallate hin rafu
Lauftus jilbihbiin nama deemsisaa
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
(Maashoo koo) harraagessi Jimmaa
(Maashoo koo) qaldhatee furdataa
(Maashoo koo) qaldhatee furdataa
(Maashoo koo) namni michuu qabuu
(Maashoo koo) haammatee dhungataa
(Maashoo koo) haammatee dhungataa
(Maashoo koo) namni michun hin qabnee
(Maashoo koo) kophaa dudubbataa
(Maashoo koo) kophaa dudubbataa
Jimma jirtattin quban si qabaa
Biyyaa hin fagaannee
Yaada keetaniin kophaa gungumaa
Malee hin maraannee
Jimma jirtattin quban si qabaa
Biyyaa hin fagaannee
Yaada keetaniin kophaa gungumaa
Malee hin maraannee
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo ofii afanii raffisuu
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo dhabnaam akkamiim callisuu
Galaanni Gibee guutus
Daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
Garaan jaallate hin rafu
Lauftus jilbihbiin nama deemsisaa
Galaanni Gibee guutus
Daaktuuf bidiruun nama ceesisaa
Garaan jaallate hin rafu
Halkaniif guyyaa nama deemsisaa
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii
(Maashoo koo) kan Shaggarii galuu
(Maashoo koo) gurguratee galaa
(Maashoo koo) gurguratee galaa
(Maashoo koo) marii na suugadhu
(Maashoo koo) guntuta kee jalaa
(Maashoo koo) guntuta kee jalaa
(Maashoo koo) guntunni hin dhaamotaa
(Maashoo koo) shurrubbaa kee jalaa
(Maashoo koo) shurrubbaa kee jalaa
Jimma jirtattin quban si qabaa
Biyyaa hin fagaannee
Yaada keetaniin kophaa gungumaa
Malee hin maraannee
Jimma jirtattin quban si qabaa
Biyyaa hin fagaannee
Yaada keetaniin kophaa gungumaa
Malee hin maraannee
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo ofii afanii raffisuu
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo dhabnaam akkamiim callisuu
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo ofii afanii raffisuu
Kan koo lapheen
Sumaaf nuugii tumaa
Natti taate kaa
Alka suusii bunaa wayyoo
Suusii bunaa dafanii danfisuu
Maashoo dhabnaam akkamiim callisuu
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)
An sosodaadhe baranna qalbii kootii
(Gibee gamaan jaalladhee sanyii mootii)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists