Kishore Kumar Hits

Nigusuu Taammiraat - Haadhakoo lyrics

Artist: Nigusuu Taammiraat

album: Haadhakoo


Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Rakkattusi rabbiin jirraa
Beeloftus obsii taa'ii
Ani mucaan kee nagaadhaa
Haadha koo nan yaadinii
Rakkattusi rabbiin jirraa
Beeloftus obsii taa'ii
Ani mucaan kee nagaadhaa
Haadha koo nan yaadinii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne giiftii too
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Imimmaan kee gaafasii
Yommuu naa gaggeessituu
Deessee guddiftee na dhaabdee
Haadha koo attam sii ta'uu
Imimmaan kee gaafasii
Yommuu naa gaggeessituu
Deessee guddiftee na dhaabdee
Haadha koo attam sii ta'uu
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Bifaa ijoollummaa keettiin
Na guddisuudhaaf fixee
Ottuu siin darbiin darbu deemtaa
Haadha koo attam sii ta'uu
Bifaa ijoollummaa keettiin
Na guddisuudhaaf fixee
Ottuu siin darbiin darbu deemtaa
Haadha koo attam sii ta'uu
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne giiftii too
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Ijjii kee silaa hin didee
Boo'ichaaf dur sii uumee
Wal arguun natti hin fakkaatuu
Sabbataan garaa hidhuu
Ijjii kee silaa hin didee
Boo'ichaaf dur sii uumee
Wal arguun natti hin fakkaatuu
Sabbataan garaa hidhuu
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne haadha koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Fageenya na dhowweef malee
Si yaadu hin dhiifne aayyoo koo
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Maalin godhaa garuu?
Fageenyatti haa amaatu nagaan taa'ii
Maalin godhaa garuu?

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists