Kishore Kumar Hits

Kemer Yousuf - Aaishaa Qalloo lyrics

Artist: Kemer Yousuf

album: Oromiyaa


I jibbee hin jenne ustee caccallistaa
Si jibbee hin jenne ustee caccallistaa
An rabbuuman qaba baay'ee jijjiramtaa
Baay'ee jijjiramtaa
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu

Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu
Silaa murtii beeke waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu

Bakkaan jiru ka'ee jaalala na fide
Bakkaan jiru ka'ee jaalala na fide
Haaya inuuman obsaa rabbumaa na mudde
Rabbumaa na mudde
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu

Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu
Silaa murtii beeke waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Anu akkana hin seene oggaan sin walbaru

Anu akkana hin seene oggaan sin walbaru
Haaya nagaayatti jaalala hin dararruu
Jaalala hin dararruu
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu

Silaa murtii beeke waa sillee hin daarar
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Bakkaan jiru ka'ee jaalala na fide

Bakkaan jiru ka'ee jaalala na fide
Haaya inuuman obsaa rabbumaa na mudde
Rabbumaa na mudde
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu

Silaa murtii beeke waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu
Jaalaluma teeti ta akkana na gubdu

Silaa murtii beeke waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Waa sillee hin daararu
Aan qaama jabeessa, sammuu guddisaa
Nama walitti fidee hariiroo cimsaa

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists