Kishore Kumar Hits

Kemer Yousuf - Findinnee lyrics

Artist: Kemer Yousuf

album: Oromiyaa


Daraara lagaa, ililli raaree
Mukkeen walbira dhaabbatu tarree
Midhaan gosayyuun mugudaa garraa
Ashiitaa waaddii, fandiishaa mooyiraa
Soora lubbu, dillalleessa qalbii

Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa
Himadhee hin fixu dubbii dhereessu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhiisu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhii

Mar'ata saawwaa, himiimsuu fardaa
Gammojjii qabee fuulahuu baddaa
Gaara miidhagaa bilituu gaaraa
Boohaa daakkiyyee, wacci shimbiiraa
Soora lubbu, dillalleessa qalbii
Koosumaa waadu badhaasa rabbii
Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa
Himadhee hin fixu dubbii dhereessu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhiisu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhi
Addeessa ji'aa, caama aduu dha
Sabbata gaaloo urjii samii dhaa
Hurree ganamaa, urjii galgalaa
Duskii buhooyitu waarii jaalalaa
Soora lubbu, dillalleessa qalbii
Koosumaa waadu badhaasa rabbii

Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa
Himadhee hin fixu dubbii dhereessu

Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhiisu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhii
Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa
Himadhee hin fixu dubbii dhereessu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhiisu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhii
Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa
Himadhee hin fixu dubbii dhereessu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhiisu
Bareeda uumaa rabbiin haa nu dhii
Bareedni uumaa, faaya aduunyaa
Dhihaanaa qalbii, ifa jireenyaa

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists