Kishore Kumar Hits

Kemer Yousuf - Firii Dheengaddaa lyrics

Artist: Kemer Yousuf

album: Oromiyaa

Yaa firii dheengaddaa
Biqilaa kaalessaa
Misiroonii lamenn mee naawalin hasaa
Hiriyoon dhamachuf immimanaa harcaasaa
Mangudooniis eebann matta itti gadda robsaa

Waan mangudoon jatee xiqoon sitti dhamaa dhagay yaa gurba
Namnii amma hin fudhiin qadhimann isaa dhiiba
Rabbin jarssa jartti bishaan tokko irraa i waaliti waraba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba

Yaa nasabee intaala fayyda taphatuu yaa ayyan qabetti
Obsaa barrbachiftii goodibann jirutti
Taaligai uutubii maddii issaa dhabadhu abba waar keetti
Ililchi gammadii musurii taphadhu araa guyyan keetti

Yaa firii dheengaddaa
Biqilaa kaalessaa
Misiroonii lamenn mee naawalin hasaa
Hiriyoon dhamachuf immimanaa harcaasaa
Mangudooniis eebann matta itti gadda robsaa

Baada gaamoogi mukka ciitaan hundi cidhaa kessan taee
Matti firraa hunda afeeraan wal gahee
Issin lachuu jooleen qacaalee oromo annan fi bishaan waliit dhangalaee
Guyyan haawaa tuurtaan kaan eegataa tuurtaan rabbin issinin gahee

Waan mangudoon jatee xiqoon sitti dhamaa dhagay yaa gurba
Namnii amma hin fudhiin qadhimann isaa dhiiba
Rabbin jarssa jartti bishaan tokko irraa i waaliti waraba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba
Buulttin mana kana arra irra jalqabe mata kan kee guba

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists