Kishore Kumar Hits

Daanga H Qananii - Shilimii lyrics

Artist: Daanga H Qananii

album: Shilimii


Shillimii bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaan fillinif bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhun
(Shillimii bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaan fillinif bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhun)
Mana kee gudatabanii gudatabanii ol goree
Mana sii dhabe na haa dhabanii silaa waalumman shir gonaa lixee maal gonaa
Sa'a kee maqaan daraarii maqaan daraarii
Dubbataa gidduu lamaanii abboo kaasaari
Silaa waalumman shir gonaa lixee maal gonaa
Sa'a kee maqaan Negeellee maqaan Negeellee kennanii
Duruu dhageennee garaa nu hin geenne
Silaa waalumman shir gonaa lixe maal gonaa
(Shillimii bareeda durbaa iyyee Xurumbaan
Goshoo goodayyaan filimil bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhuu)
Bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaam filimii bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhuu
Eyere eyere (Iyu tiyyaa)
Xiyyaara yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Eyere eyere (Iyu tiyyaa)
Makinaa yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Badhe badhiyahoo (Iyu tiyyaa)
Xiyyaara yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Badhessaa tiyya hoo (Iyu tiyyaa)
Makinaa yaabadhe (Deemu kiyyaa)

Shillimii bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaan fillinif bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhun
(Shillimii bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaan fillinif bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhun)
Sobore hidhataa morma hidhataa morma
Goshiyyoo sillaa si mormaa
Anuu waan ormaa silaa waalumman shir gomaa lixee maal gonaa
Anumma asiin ol deemu na dhufte gufuu
Mana goshiyyoo hin jirne anu hin dhufuu silaa waalumman shir gonaa lixee maal gonaa
Enyuun na jala dubbataa
Manu na nyataa
Mani goshiyyoo hin jirne silaa in jabbataa silaa waalumman shir gonaa lixee maal gonaa
(Shillimii bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaan fillinif bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhun)
Bareeda durbaa iyyee xurumbaan
Goshoo goodayyaam filimii bassii dhayadhuu
Nyaapha dhaqanii hin galanii garaa hidhadhuu
Eyere eyere (Iyu tiyyaa)
Xiyyaara yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Eyere eyere (Iyu tiyyaa)
Makinaa yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Badhe badhiyahoo (Iyu tiyyaa)
Xiyyaara yaabadhe (Deemu kiyyaa)
Badhessaa tiyya hoo (Iyu tiyyaa)
Makinaa yaabadhe (Deemu kiyyaa)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists