Kishore Kumar Hits

Shukri Jamal - Ammuma lyrics

Artist: Shukri Jamal

album: Ammuma


Si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
Hirriba keessaa na gangalchaa waa'een kan kee
Si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
Si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
Si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
Hirriba keessaa na gangalchaa waa'een kan kee
Si arguu qalbiin too boqotti ya jaalallee
Deemsi kee fagoo ta'ee dhabdus imaltuu haadaa
Sabbatii jilbi si bu'ee jiraattus lafa baataa
Barbaaddu fixee daachii sitti taatus jireenyi
Dhugaattuu harkaan kuftuu sirraa hafus hammeenyi
Hedduu ulfaataa jaalalti halaalaa halkaniif guyyaa araddaa wallaalaa
Ammuma ammumaa naaf koottu ammumaa
Yeros mi'ooftii jaalalti akka dammaa (ahaa анаа)
Hedduudha ulfaataa
Jaalalti halaalaa (ahaa анаа)
Halkanii fii guyyaa
Ani addan wallaalaa (ahaa анаа)
Ammuma ammumaa
Naaf koottuu ammuma (ahaa анаа)
Yoroo san mi'ooftii
Jaalalli akka dammaa
Si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
Hirriba keessaa na gangalchaa waa'een kan kee
Si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
Si arguu qalbiin too boqottii ya jaalallee
Si yaadannaan rafee hin buluu ani yaadakee
Hirriba keessaa na gangalchaa waa'een kan kee
Si arguu qalbiin too boqotti ya jaalallee
Fageenyatti haa hammaatuu jedheeraa abbitoonii
Mo'atan jaalalaadhaa mootiisaa ta'uu goonnii
Barishuu bareedduu durbaa qallootoo yaa marartuu
Kan ittin si ibsuun dhabee hirkootoo waan safartuu
Hedduu ulfaataa jaalalti halaalaa halkaniif guyyaa araddaa wallaalaa
Ammuma ammumaa naaf koottu ammumaa
Yeros mi'ooftii jaalalti akka dammaa (ahaa анаа)
Hedduudha ulfaataa
Jaalalti halaalaa (ahaa анаа)
Halkanii fii guyyaa
Ani addan wallaalaa (ahaa анаа)
Ammuma ammumaa
Naaf koottuu ammuma (ahaa анаа)
Yoroo san mi'ooftii
Jaalalli akka dammaa

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists