Kishore Kumar Hits

Dawite Mekonen - Allaatii Koo Joobiraa lyrics

Artist: Dawite Mekonen

album: Gola Bahi


Beenuu benu kayiii
Beenuu benuu kayiii
Alatii ko jobiraa benuu sifana jira
Kutatu koo nagatii qalbin sifana katii benuu keyii
Badaa gargariti benuu qaxamuriti
Dadhabdule tiradhu bakariya qubadhu benuu kayiti
Benuu benu kayii
Benuu benu kayii
Gargaran banan tiruu koo qabanaye jirun koo
Mee kayetin mal waya koo taye halaya benu keyii
Kankoo jirun gubanan kee gubaa moo qabana
Dutee haftus hamana nagatii kaa wal dhabna benuu kayii
Beenu benu kayii
Benuu benu kayii
Ijan bishanin nyadhe bishan osso naa nyatee
Ottu gaadu jiradha akka ilmii hatti irra dutee beenu kayii
Demtes gubacha hafaa nuu gargar bana hin sene
Wanan gadef qaba garakoo iddo hin genye bennu kayii
Beenu benuu kayii
Beenu benu kayii
Giditu ganaqabe malin godha wayitu
Dugdaa handaqoo hatau karran atti irra demtuu benu kayii
Namni hin dune wal argaa jadhe abdidhan jiraa
Yokan sittu debiya yokan dhufe sii biraa benu kayi
Beenu benu kayii
Beenu benu kayi
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee bare
Afaan ormatoo hin baruu
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee bare
Afaan ormatoo hin baruu
Onne koo off wajin futee
Fagatee taba batee
Qalbin sii wajin jirti
Jabessi qabii offiti
Shage dhaqna jallala
Jechii kee miyya alla
Afaan ormaa naf hin galuu
Hin jiru kan sii callu
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee bare afaan ormatoo hin baru
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee bare
Afaan ormatoo hin baruu
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee bare
Afaan ormatoo hin baruu
Cabe lagaa gibee
Wal argan tayee dhibe
Yadoo kee boyee hin qufuu
Dandaye cisee hin rafu
Silaa sii hin irafadhu
Atilen naa yadadhu
Yadan sii wajin anii
Naa bekii yaa qananii
Yaa zamzam koo
Yaa tamima koo
Yaa tamima gafa maroo
Afaan kee baree
Afaan ormatu hin baru

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists