Kishore Kumar Hits

Dawite Mekonen - Ashamaa lyrics

Artist: Dawite Mekonen

album: Gola Bahi


Asham asham asham ashamii shagee faaxuma
Anii yanii koo yoomiyu summa
Sarda sarda hin sardamini sutta sutuma
Danqii kee hundii biftii kee martii burtukanuma
Asham asham asham ashamii shagee faaxuma
Anii yanii koo yoomiyu summa
Sarda sarda hin sardamini sutta sutuma
Danqii kee hundii biftii kee martii burtukanuma
Ijii kee tulaa ilkan kee cabii
Sii argen gagabee laphee koo qabii
Balla na hin didini na mala nuu mala
Dhokadhe dhufetin wajin bulla bareddu biyya koo wajiin hasofnaa
Akka itti miyawu jalali mala mee
Sutta gaqaba qaba gaaqaba qaba
Dhunganan akkata qaba akkata qaba
Santanan laftii dukana laftii dukana
Shamma kee jala qubana jala qubana (he he he he he hey)
Asham asham asham ashamii
Shagee faaxuma anii yanii koo yoomiyu summa
Sarda sarda hin sardamini sutta sutuma
Danqii kee hundii biftii kee martii burtukanuma
Asham asham asham ashamii
Shagee faaxuma anii yanii koo yoomiyu summa
Sarda sarda hin sardamini sutta sutuma
Danqii kee hundii biftii kee martii burtukanuma
Faaxuma hin yadanii anii ketuma
Jalalen too sii ammale summa
Akanafi akkasi dubin jalala
Ann kunoo nin sena morma kee jala
Morma keele mitii harmaa kee giduu
Lubbun koo dhabamte achin dhabadhu
Mee suta gagaban qaba gagaban qaba
Dhunganan akkata qaba akkata qaba
Santanan laftii dukana lafti dukana
Shama kee jala qubana jala qubana (he he he he he he hey)
Faaxuma hin yadanii anii ketuma
Jalalen too sii ammale summa
Akanafi akkasi dubin jalala
Ann kunoo nin sena morma kee jala
Morma keele mitii harmaa kee giduu
Lubbun koo dhabamte achin dhabadhu mee suta
Gagaban qaba gagaban qaba
Dhunganan akkata qaba akkata qaba
Santanan laftii dukana lafti dukana
Shama kee jala qubana jala qubana (he he he he he he hey)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists