Kishore Kumar Hits

Dawite Mekonen - Ijako Dura lyrics

Artist: Dawite Mekonen

album: Gola Bahi


Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Gadafi gammachu waluman hirmane
Wajin bultii jaruf hawine
Wal dharane hin hafnuu rarane
Guyyan nufis dhufa yoo egnee
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa garakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Anis sin qaba atis ana qabda
Walin hirkoo tanan gadadu
Jate jate nama irra magafadhu
Jallala dhugatin na jallu
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Kan birra hin kajelu ijanilee
Hin laluu an simale kopha hin tolu
Kan walii nu yadde midhanifi bishanii
Hamma walin jiru lubbunii
Amman sijallu anatu bekka
Kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu
Hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Gadafi gammachu waluman hirmane wajin bultii jaruf hawine
Wal fudha dharane hin hafnuu rarane guyyan nufis dhufa yoo egnee
Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbadu ani
Amman sijallu anatu bekka kessaa gerakoo rabii naa argaa
Ija koo dura sii dhabuu hin fedhu hin fedhu hin barbegnee

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists