Kishore Kumar Hits

Dinkisa Debela - Daadoo lyrics

Artist: Dinkisa Debela

album: Daadoo


Nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa
(Nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa)
Ee nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa
(Nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa)
Takka kolfanii takka gaddu na duuchisiisa
Kolfa wal irraan cinne kolfuu na callisiisa
(Nan hawwee nan hawwee)
(Nan hawwee nan hawwee)
(Nan hawwee nan hawwee)
(Nan hawwee nan hawwee)
Nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa
Kolfa wal irraan cinne kolfuutu cabaa koo na deebisa
(Nan hawwee nan hawwee na hawwisiisaa
Kolfa wal irraan cinne gorfuutu caba koo na deebisa)
Sobeeti ammoo?
Sobeeti ammoo?
Cinaachi mirgaa wayyaa'ee xinnoo
Sobeeti ammoo?
Sobeeti ammoo?
Cinaachi bitaa na dhukkubammoo?
Tuulamaarra roobee roobee roobee roobee
Maal Maccaarra tiifa tiifa tiifa tiifa?
Maal Maccaarra roobee?
Tuulamaarra tiifa?
Rabbii wal qixxeedha
Yoom addaa nu baasa
Tuulamaarra roobee maal Maccaarra tiifa?
Kan rabbii wal qixxeesse maal namni adda baasaa?
Soloolookoo Soloolookoo
Solooloo Finfinnee horomi sitti hime
Soloolookoo Soloolookoo
Soloollii battalaa bakkalcha galgalaa
(Siin eega galgalaa)
(Siin eega galgalaa)
(Siin eega galgalaa)
(Siin eega galgalaa)
Yaa Habeebee Habeebee qaatan callisee didee na
Jalqabee
(Yaa Habeebee Habeebee qaatan callisee didee na jalqabee)
Yaa Habeebee Habeebee maalan callisa cinaachi na cabee
(Yaa Habeebee Habeebee maalan callisa cinaachi na cabee)
Yaa Habeebee Habeebee kojjattuu (Yaa Habeebee)
Habeebee gamasii (Yaa Habeebee)
Kunoo nan okkolaa (Yaa Habeebee)
Yoo fayyine harr'asi (Yaa Habeebee)
Habeebee kojjattuu (Yaa Habeebee)
Kutaayee Amboorraa (Yaa Habeebee)
Qaroo kiyya dhabe (Yaa Habeebee)
Alaa manni qorraa
Yaa Habeebee Habeebee maalan callisa didee na jalqabe
(Yaa Habeebee Habeebee maalan callisa didee na jalqabe)
Egaa tole tole tole
Egaa tole tole tole
Wal tuqan walii warrii walii tolan walii dhaamaa
(Waatu dhalachuu deema)
Ee wal tuqan walii warrii walii tolan walii dhaamaa
(Waatu dhalachuu deema)
Wal tuqan walii warrii walii tolan walii dhaamaa
(Waatu dhalachuu deema)
Ee wal tuqan walii warrii walii tolan walii dhaamaa
(Waatu dhalachuu deema)
Jigiin baane jigiidhaan gallaa
Lakkii hin diigiin ijaarsa dallaa
Daboon baa'ani daboodhaan galuu
Dhiisi daadoo maqaan nun toluu
Jigiin baane jigiidhaan gallaa
Adaan hin baanu gamtaadhaan tollaa
Daboon baa'ani daboodhaan galuu
Dhiisi daadoo maqaan nun toluu
Addaan hin tolluu maqaan nun toluu
Addaan hin tolluu maqaan nun toluu
Addaan hin tolluu
Addaan hin tolluu
Addaan hin tolluu
Addaan hin tolluu (Sitti hime gaa)

Поcмотреть все песни артиста

Other albums by the artist

Similar artists